Tajaajila Baankii Itti Aanuu fi Guddina!

Waa'ee Toora Sagantaa​

Toorri Sagantaa Faayinaansii Fi Biizinasii Dandeettii Leenjiiwwanii fi Leenjiiwwan Xiinsammuu Fayyadan Kennuu, Dabalataanis Balaa Uumamaa fi Walitti Bu’iinsaan Hojiiwwan Daldalaa Miidhaman Akka Guddatan Hojii Isaanii Madaaluu Akka Dandaa’anii fi Jabina Akka Qabaataniif Karoora Gargaaru Qabateera.

Kaayyoo​

Toorri Sagantaa Kun,  Hojiiwwan Xixiqqaa, Giddu Galeessa, Jalqabdoota fi Al_Idilee Dabalatee Hojii Daldalaa 72,000 Gargaaruun Olitti  Carraa Hojiiwwan 410,800 Uumuu Danda’eera  

 

Turtii

Oktoobar 2015 – Sebtembar 2020

Dachee Mijooftuu /Naannoowwan

Naannowwan Biyyatti Hundatti ( Affaar, Amaaraa, Beenishaangul Gumuz, Giddu Galeessa Itoophiyaa, Dirredaawaa, Gaambeellaa, Hararii,  Oromiyaa, Sidaamaa, Somaalee, Kibba Itoophiyaa, Kibba Lixa Itoophiyaa Fi Tigraay)

Gaaffiiwwan Irra deddeebiin Ka'an (FAQ)

Online MESMER LMS waltajjii onlaayinii qabiyyee barnootaa sagantaa MESMER tiif dhiyeessuu fi bulchuuf qophaa’eedha, barattootaaf muuxannoo barumsaa wal-qunnamtii, qabeenya, fi madaallii ni kenna.

MESMER LMS argachuu kan dandeessan marsariitii sagantaa MESMER daawwachuu fi ragaalee kennameen seenuudhaan. Yoo fayyadamaa haaraa taate, akkaataa akkaawuntii kee itti saagdu qajeelfama iimeelii siif dhufa.

Toorri waltajjii Leenjii Kun, Kan Akka Mata_dureewwan Koorsii, Gaaffiwwan Bu’aa Qaban, Waltajjiiwwan Marii, Leenjiiwwan Viidiyoo, Bu’a Qabeessummaa Isaa Hordofuu, Waraqaa Ragaa Fi Amaloota Garaagaraa Kan Qabatee Dha.

በ MESMER LMS ላይ ያሉ ኮርሶች ለሁሉም የ MESMER ፕሮግራም ተሳታፊዎች ይገኛሉKoorsii MESMER LMS irratti hirmaattoota sagantaa MESMER hundaaf ni kennama. Bal’inni galmee yeroo galmee sagantaa ni kennama

Waltajii Leenjii Irratti Gargaarsi Teeknikaa “GARGAARSA” Kan Jedhu Xuquu, Yookaan Irratti Email Erguun Argachuu Dandeessu. Gaaffii Isin Qabdan Deebisuuf Gartuun Keenya Yeroo Hundaa Qophii dha

Copyright © 2024 First Constult. All rights reserved.
top

Copyright © 2024 First Constult. All rights reserved.

This site is registered on wpml.org as a development site. Switch to a production site key to remove this banner.